Jeremiah 36:24 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo hayyichaafi hojattuuni isaa, ta waan kana d'ageeteleeni, nami tokoleeni insodaanne yokhaani woya tarsaase laalala ingarsiimne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mootichinii fi ajajoonni ajajaa loltootaa maruu haga waan kana dhagayan womaa hin sodaanne yookaan gadoonni uffata ufii hin biinxine.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootichii fi tajaajiltooti isaa worri dubbii tana dhage'ane marti hin sodaanne; gaddanee woyaa ifii hin tarsaanne.