Jeremiah 36:26 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani hayyichi ilma isaa Yeremaeelifi Seraya ilma Azrielitifi Shelemia, ilma Adbeeli, yaame, Yeremiafi Baruku ka tatabe t'aafu qaba jed'e. Ammo AABBO Waaqi worra d'osse.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaan maayessa inni Yirimi'eelii hayyicha, Saraayaa ilma Azri'eeliitii fi Shalmiyaa ilma Abdi'eelii woliin akka anaa fi Baarookiin qabu ajaje; nu garuu Rabbitu dhosse.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba inni ilma mootichaa tokko Yeraami'el, ilma Azrii'elii Seraaya'aa fi ilma Abdi'elii Shelemiiyaa ergee, Baarukii barreessicha kiyyaa fi Ermiyaasii raagicha qabanee akka fidanuuf ajaje; Mootiin Waan Maraa ammoo isaan dhosse.