Jeremiah 36:29 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammalle waan atini Yehoiakimu hayyu Yudatini jettu, AABBO Waaqi waan jed'u: Atini woraqata suni gubde waan jette, Yeremia, atini maafi, Hayyuuni Babiloni d'ufe, lafa tana balleese, namaafi saale hobaasa jette dubbi suni irati t'aafta?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akka ani mootichatti himu ati kunoo kitaaba maramaa gubdeerta; ‹mootiin Baabiloonii dhufee biyya tanaa fi banii isii keessa jiraatu akkasuma busaawaa maraa akka balleessu wonti raaga dubbatteef maali'i?› jettee Ermiyaasiin gaafatteerta.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootii Yihuda'aa Yehoyaaqiimiin, ‹Mootiin Waan Maraa: Mootiin Baabilonii dhufee lafa tana akka balleessu, namaa fi bineensa lafa irraalle akka fixu maaf barreessite? Jettee kitaaba maramaa san guddeerta.