Jeremiah 36:3 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hegeri hojja worri Yuda badi anini itiini d'ufu fed'u d'agaye, worri hameenna isaani iraa deebiafa. Duuba anini dabaafi ch'ubbu isaani inaraaramafi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Baniin Yihuuda'aa hennaa akka ani badii isaanitti fidu'uuf ta'u dhagayan maal laataa hujii ufii hamaa irraa deebi'uu danda'an; anillee yakkaa fi cubbuu isaanii isaanii dhiisa.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kolbaan Yihuda'aa balaa ani isaan irratti fidiisaaf hede yennaa dhage'ane, karaa ifii hamaa san irraa hin deebi'an fa te'a; achiin duuba anille yakkaa isaaniitii fi cubbuu isaanii isaaniif hin araarama» jedhe.