Jeremiah 36:30 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba amma tana waan kanke ka AABBO Waaqi jed'u d'agayi: Nami d'aloota keeti barch'uma hayyuma ka Daudi haga jiru ira intau. Reefa kanke gatani, guyya aduuni gubde, halkani qabanti balleesiti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ati mootii Iyyo'aaqeem! waan kee wonti Rabbi jedhu kana; fiixaa kee keessaa namni teessoo Daawitii irra taa'u sirimaa hin argamu; reeffa kee hulema arganitti gatanii guyyaa adu'utu guba; halkan qorratu guba.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tanaaf, ee mootii Yihuda'aa Yehoyaaqiim, Sanyii teeti keessaa nami barcumaa mootummaa Daawitii irra tee'u hin dhaggamu; reeffi keeti o'a adu'uutii fi qorra halkaniititti gad hin gatama.