Jeremiah 36:31 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini siifi ilmaani teetifi ammalle hojattu tante, maro ch'ubbu isaniini ch'ufti hojattanifi garagalcha, Si taanaani, worra Yerusalemu taanaani, worra Yuda taanaani, nami tokoleeni gorsa kiyya inch'aqamna, tanaafi anini badii waan isii hime taani isaniitini d'ufa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waan cubbuu hojjattaniif bulchoota ajajaa loltootaa kee sii fi ijoollee tee maraa hin adaba; ati, worri Yerusaalemiitii fi baniin Yihuuda'aa waan ani isin seere woyittuu hin laakkofne; sababaa kanaaf balaa armaan dura isinitti fidu'uuf karoorfadhe maraa isinitti fida» jedhee akka isaanitti himu na ajaje.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Sababa hammeenna keessaniitiif, ani si'iif fi sanyii teeti, tajaajiltoota teetille hin adaba; waan na caqasuu diddaneef, balaa fidiisaaf yaade san mara isinitti, worra Yerusaalem keessa le'anu mara irratti, kolbaa Yihuda'aa mara irralle'etti hin fida jedha› jedhiin» jedhe.