Jeremiah 36:32 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani anini woraqata d'ibi fuud'e, namicha Baruku jed'ani ka tatabe naa t'aafuti kenne, inni dubbi anini iti hime ch'ufa t'aafe. Inni dubbi woraqata qara ka gubani kaanifi dubbi dubbi suni fakaatu, ta anini iti hime, ch'ufa t'aafe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaafuu kitaaba maramaa biraa fuudhee barreessaa kiyya Baarookitti kenne; inni dubbii ani afaaniin isatti himu maraa itti barreesse akkatama kanaan barreeffama kitaaba maramaa Iyyo'aaqeem mootiin Yihuuda'aa gube barreesse; dubbiin biraallee ka kanaan wol fakkaatu heddutu itti eda'ame.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Ermiyaas kitaaba maramaa dhibii fuudhee ilma Neriiya'aa Baarukii baarreessichatti kenne; akkuma Ermiyaas kitaaba maramaa mootiin Yihuda'aa Yehoyaaqiim gube san afaaniin itti himuun barreesse san, ammalle Baaruk barreessisiise; jechooti dhibiille ka kitaaba maramaa qaraa keessatti barreeffameen wol fakkaatu baca'atti itti dabalame.