Jeremiah 36:5 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba anini waan Barukuni jed'e, anini dandae Mana Waaqa indeemu, ya na d'owani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaan maayessa ani seera armaan gadii Baarookitti kenne; «Ammaa achi ani mana woyyuu akka seenu na hin dhiisan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Ermiyaas Baaruk ajajee, «Ani Galma Waaqaa keessa akka hin seenneef dhooggameera.