Jeremiah 36:6 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo guyya worri ufi agabsu achi d'aqi, dubbi AABBO Waaqi nani jed'e, ta atini woraqatati t'aafte, biyyaa soomi. Nama Yuda, ka dira isaani keesaa d'ufe, ch'ufaa soomi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Garuu duranaa hennaa baniin sooma irra jiru akka achi deemtu barbaada dubbii Rabbi natti hime maraa ka ani tokko tokkoon sitti himee kitaaba maramaa irratti barreessite maraa laagaa ol qabadhuu isaanii dubbisi; waan kana banii Yihuuda'aa ka qachoota baadiyya'aa keessa jiranii fi hulee namni maruu itti dhagayutti dubbadhu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre ati dhaqiitii jecha Mootii Waan Maraa ka ani afaaniin sitti himuun kitaaba maramaa irratti barreessite san, guyyaa laamaa, Galma Waaqaa keessatti kolbaa Yihuda'aa ta qachaa ifii keessaa dhutte maraaf dubbisi.