Jeremiah 36:7 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hegeri worri AABBO Waaqa kad'ate hameenna duri iraa deebiafa, wonti akanatiifi AABBO Waaqi yayu worra kana aka male iti dallane.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Maal laataa baniin dubbii Rabbi lola isaa ka nama sodaachisuu fi bala'aan akka adabu dubbatame dhagayanii gaabbanii hujii ufii hamaa irraa deebi'anii isa kadhatuu danda'anii.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Aari'ii fi mufiin jadduun Mootiin Waan Maraa kolbaa tana adabiisaaf dubbate, guddoo waan teeteef, tokko tokkoon isaanii karaa hamaa ifii irraa deebi'anee, Mootii Waan Maraa hin kadhatan fa te'a» jedhe.