Jeremiah 36:8 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Barukuni dubbi AABBO Waaqi jed'e taani, akuma anini iti hime kaani, Mana Waaqa keesati soome.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaaf Baarook akkasuma akkuma ani isatti hime mana Rabbii keessa dhaabatee dubbii Rabbii dubbise.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre ilmi Neriiya'aa Baaruk akkuma Ermiyaas isatti hime, jecha Mootii Waan Maraa ka kitaaba maramaa irratti barreeffame san Galma Mootii Waan Maraa keessatti dubbise.