Jeremiah 37:10 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ato isani duula Babiloni ch'ufa dabsatani nama madae ch'alla waaro keesati hambiftanile worruma suniti kakae dira kana gube balleesa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isin uduu loltoota Baabiloonii maraa mooyattanille'ee worri isaan keessaa madaayanii hafan deebi'anii jajjabaatanii ka'anii qachattii ibiddaan gubanii barbadeessan jedha» jedhee akka isatti himu na ajaje.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isin loltoota Baabilonii worra isin loliisatti jiru adoo injifattanelle'ee, isaan keessaa worri madowee dunkaanii ifii keessatti hafe callaan, bayanee dhufanee qachaa kana hin guban jedha› jedhiin» jedhe.