Jeremiah 37:14 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini waan jed'eeni, Askasiniti, anini gara worra Babiloni baqachuti injiru. Ammo Iriyaani na ch'aqasu dide, na qabe, gara jaarole na geese.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Anillee, «Akka ati jettu kana ani nama ganee deemuu miti!» jedhee deebiseef; Yuuriyaan garuu na caqasuu hin barbaanne; sirimaa qabee na hidhee gara worra baallii qabanii na fide.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ermiyaas deebisee, «Lakkii, akkasii moti! Ani finqilee gara worra Baabilonii deemiisatti hin jiru» jedhe. Yiriyaan ammoo dubbii isaa dhugeeffatuu didee, isa qabee gara qondaaltotaa geesse.