Jeremiah 37:15 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri aka male nati dallane, na d'aanani, mana Yonathani, ka tatabe t'aafu, ka mana isa mana hid'aansa tolchaniti na hid'ani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaanillee guddisanii naan lolanii haga na tumsiisaniin maayessa gara mana Yoonaataa barreessa'aa ka manni isaa akka mana hidha'aa ta'u godhanii keessa na seensisanii balbala natti cufan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan guddoo Ermiyaasitti aaranee isa dhaananee, mana Yonaataanii barreessichaa ka mana hidha'aa godhataneeranu keessatti isa hidhane.