Jeremiah 37:16 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Boola aka mana jirtuti na galchani, guyya heddu achi na bulchani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mana lafa jalaa ka itti hidhame san keessa guyyaa heddu taa'e.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ermiyaas Kolloo mana boolla keessaa san keessatti hidhamee yennaa hedduu ture.