Jeremiah 37:18 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba, anini waan jed'eeni siifi jara hojattu teeti kanafi gumi tana durati mali yakeefi hid'aansa keesa na keeta?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Achiin maayessa ani akkana jedhee isa gaafadhe, «Yakki ani si'i, bulchoota ajajoota loltootaa teetii fi banii kana afo'otti raawwadhee mana hidha'aa kana keessatti na hiisise maali'i?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Ermiyaas mooticha Zedeqiiya'aan, «Ani maan si yakke? Tajaajiltoota teetii fi kolbaa teeti irralle'etti yakkaa maan hujeef na hiisitte?