Jeremiah 37:3 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hayyichi Sedekiani Yehukali ilma Shelemiatifi qaallicha Sefania, ilma Maaseya, nati erge waan nani jed'e, gosa teenna tana ch'ufaa jed'i, AABBO Waaqa keenna nuu kad'ad'i.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mootichi Sedeqiyaas Yookaalii ilma Shelemiya'aatii fi Sofoniyaasii gadicha ilma Maa'iyaanii gara ana Ermiyaasii ergee «Ati waan banii keennaatiif Rabbii Waaqa keenna nuu kadhadhu» jedhanii akka na gaafatan godhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootichi Zedeqiiyaan ilma Shelemiiya'aa, Yukaalii fi ilma Ma'aseya'aa Safaaniyaa hayyicha gara Ermiyaasii ergee, «Maganne'e, gara Mootii Waan Maraa Waaqa keennaa nu'uuf daadimadhu» jedhe.