Jeremiah 37:4 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Angaafasi qara mana hid'aansa keesa na inkeenne, akuma fed'u biyya keesa deema.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani hennaa san hidhamee hin jiru ture; sababaa kanaaf banii keessa bilisumma'aan deddeema.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaa san Ermiyaas mana hidha'aatitti waan hin galiniif, kolbaa odduu akka fedhe deddeemaayyu.