Jeremiah 37:5 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuli Babiloni qara dira Yerusalemu marse achi taa; ammo aka duuli Farao Misiri bahe d'ageennaani kae biraa yae.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa san loltoonni Baabiloonii Yerusaalemiin marsan; loltoonni biyya Misirii garuu akka daangaa lufanii dhufa'aaran haga dhagayan duubatti dheessan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worri Baabilonii ka Yerusaalem marsaneeranu, loltooti mootii Gibxi'ii lolaaf biyya Gibxi'ii keessaa akka bayane oduu yennaa dhage'ane, Yerusaalem lakkisanee baqatane.