Jeremiah 37:7 — Compare Translations

2 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan atini Sedekia ka gara kiyya si ergeeni jettu, Duuli Farao, ka si qarqaara karaa jiru, lafa ufiti dachaa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Mootiin Waan Maraa Waaqi Israa'elii, ‹Mootii Yihuda'aa ka akka isin gorsa Ermiyaas gaafatanuuf gara kiyya isin ergeen: Kunoo, loltooti mootii biyya Gibxi'ii ka isin qarqaariisaaf dhufane, gara biyya ifii Gibxi'itti hin deebi'an.