Jeremiah 37:9 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti AABBO Waaqi jed'e tana: Worri Babiloni ya nu biraa yae jettani ufi insobina worri inuma dachaa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi akkana jedha, ‹Worri Baabiloonii uf irra deebi'anii lixan› jettanii uf hin sobinaa'a; isaan uf irra deebi'anii hin deeman.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worri Baabilonii isin irraa waan hin deeminiif, deemaneeran seetanee ifi hin sobina'a.