Jeremiah 38:10 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani hayyichi waan Ebedmelekini jed'e Nama sadii fuud'i, ato inni indoone Yeremia eela keesaa fuud'a.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaan maayessa mootichi Abemelekii nama Itoophiya'aatiin «Nama soddomaa asii qabadhuu deemii Ermiyaas raattichi uduu hin duune boolla bisaanii keessaa baasaa'a» jedhee isa ajaje.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba mootichi Zedeqiiyaan Ebeed-Melekii nama biyya Itoophiya'aatiin, «Namoota soddoma asii fudhadhuu dhaqiitii, adoo inni hin du'in boolla bisaanii san keessaa isa baasi» jedhee ajaje.