Jeremiah 38:12 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba inni waan nani jed'e, woya ch'ich'ite tana bobaa jala keeyad'i, aka haadi siirinne. Jennaani anini akuma inni nani jed'e, suni tolche,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akka haanni na hin miine akka carqii bobaa keessatti hidhadhu natti hime; anillee akkasuma godhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Ebeed-Melekii nami biyya Itoophiya'aa, Ermiyaasiin, «Wodaroon akka si hin luqqinne, woyaa dullatti'ii fi hoccuu bututtuu tana bobaa teeti jala keyadhu» jedhe; Ermiyaasille akkuma san godhe;