Jeremiah 38:13 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
worri eela suni keesaa hirkise na fuud'e. Duuba eegi suni naabo keesati na hid'ani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaan haaduma saniin boolla keessaa harkisanii na baasanii kutaa worra balbala eeganii ka dallawa mana mootumma'aa keessatti argamu keessatti balbala natti cufan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
isaanille wodaro'oon harkisanee Ermiyaas boolla bisaanii keessaa baasane; Ermiyaasille badhinna eeddotaa ka badhinna mana mootumma'aa keessa jirtu keessa ture.