Jeremiah 38:14 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Guyya d'ibi hayyichi Sedekiani na yaame, balbala sadeeso ta Mana Waaqatini seenani na geesani. Duuba inni waan nani jed'e, Wo si gaafad'a, waan tokole na ind'ossini, dubbi d'ugaa nati himi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mootichi Sedeqiyaas nama natti ergee na waamee balbala mana woyyu'uu ka sadeesso'oo biratti «Ani gaafii tokko si gaafadhaa womaa uduu na hin dhossine akka natti himtu barbaada» naan jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Zedeqiiyaan gara Ermiyaasii raagichaa nama ergee, gara seensuma Galma Waaqaa ka sadeesso'ootitti akka isa fidanu godhee, «Gaaffii tokko si gaafadha, womaa na hin dhossin» isaan jedhe.