Jeremiah 38:16 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani hayyu Sedekiani d'ossaani nati kakhate waan jed'e, Anini maqa Waaqa nama uumetini kakhad'a, si inijeesu, yokhaani nama si ijeesule siti illakisu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaaf mootichi Sedeqiyaas «Ani si hin ajjeesu; worra si ajjeesanittillee dabarsee akka si hin kennine maqaa Rabbii jiraataa jireenna nuu kenneetiin sii kakadha!» jedhee dhossa'aan waadaa naa gale.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre mootichi Zedeqiiyaan dhossa'aan Ermiyaasiif kakatee, «Dhugaa Mootii Waan Maraa ka jiraataa te'ee jiruu nu'uuf kennee, ani si hin ijjeesu; worra si ijjeesuu barbaadanulle'eef dabarsee si hin kennu» jedhe.