Jeremiah 38:18 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo yo atini booju kad'achu didde, dira kana harka worra Babiloniti kennani worri gube balleesa, atinileeni harka worra jalaa imbaatu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yoo harka isaanitti kennachuu baatte garuu qachattiin tun worra Baabilooniititti dabarfamtee kennamti; isaanillee isii guban; atillee dheessitee jalaa bayuu hin dandeettu» jedhee isatti hime.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ati qondaaltota mootii Baabiloniititti harka yoo hin kennatin ammoo, qachaan kun harka worra Baabiloniititti dabarfamee hin kennama; isaanille isa hin guban; atille isaan jalaa hin baatu› jedha» jedheen.