Jeremiah 38:19 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo hayyichi waan nani jed'e, Anini gosa teenna ta qara worra Babiloniti harka kennate sodaad'a. Hegeri harka worra suniti na kennani na gaargalchani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mootichi «Ani wonti sodaadhu namoota biyya keennaa ka nu gananii gara Baabiloonii galan yoo dabarsanii isaanitti na kennan isaan guddisanii na miidhan» jedhee naa deebise.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootichi Zedeqiiyaalle Ermiyaasiin, «Ani Yihudoota worra finqilee Baabilonitti gale hin sodaadha; worri Baabilonii isaanitti dabarsanee na waan kennanuuf, isaan na hin farrisiisan» jedhe.