Jeremiah 38:2 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi waan jed'u, Nami dira kana keesati hafu, woraanafi yokhaani beelafi yokhaani d'ukubaani dua. Ammo nami d'ufe booju worra Babiloni kad'atu induu, Lubbu baha. Ammalle anini waan worraani jed'e,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Dubbiin ani dubbadhe kana; «Worri qachattii keessatti hafan maruu lola, beela yookaan bala'aan dhuman namni gara Baabiloonii dhaqee harka kennatu garuu hin du'u; inni lubbuu ufii oolfatu'uuf dheessee jalaa baya.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Dubbiin inni dubbate sun, «Mootiin Waan Maraa, ‹Worri qachaa keessatti hafu marti shallaaga'aan, beelaa fi dhukkubaan hin du'an; worri gara worra Baabilonii baqatu ammoo hin ijjeefamu; jiru'uun jalaa bayanee hin le'an.