Jeremiah 38:20 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini waan jed'eeni, Harka worra suniti si inkennani, waan AABBO Waaqi fed'u guuti, duuba wonti ch'ufti sii tolte, lubbule si baasani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Anillee akkana jedheen, «jabaadhu! isaanitti dabarsanii si hin kennanii; akka dubbii Rabbii dhageettu si kadhadha; waan misha'atu sii ta'a; badii jalaa baata.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ermiyaasille deebisee, «Isaan dabarsanee si hin kennanu; jecha Mootii Waan Maraa ka ani sitti himu kanaaf ajajam; wonni dansaalle si'iif hin teeti; ati lubbu'uun jiraatta.