Jeremiah 38:21 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo yo atini booju kad'achu didde, AABBO Waaqi yayu waan si tolchani daayya keesa na garsiise.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yoo harka kennachuu didde garuu mudhata Rabbi natti mudhisetu jira.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ati yoo harka kennatuu didde ammoo, wonni Mootiin Waan Maraa natti mudhise tana: