Jeremiah 38:23 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani anini waan jed'eeni, Nad'eenifi ijoolle teetile worra Babiloniti geesani, atinileeni dandeete duraa imbaatu. Hayyichi Babiloni siqabe, dira kanale gubani balleesani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Deebi'ee akkana jedheen, «Haawwota manaa teetii fi ijoollee tee maraa gara Baabiloonii fidan; sillee mootiin Baabiloonii qabee hidha; ati sirima isaan jalaa dheessitee hin baatu; qachattii tana ibiddaan gubanii ona taasisan.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Niitoti teetii fi ijoolleen teeti marti worra Baabiloniitiif dabarfamanee hin kennaman; atille mootii Baabiloniitiin hin qabanta malee harka isaa jalaa hin baatu; qachaan kunille hin gubama» jedheen.