Jeremiah 38:24 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Sedekiani waan nani jed'e, Haasaa keenna kana d'ossi, nama tokoleti inhimini, duuba woma si intolchani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Sedeqiyaasi akkana jedhee deebise, «Ati akka hin duune waan woliin dubbanne kana eennullee akka hin beenne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Zedeqiiyaan deebisee Ermiyaasiin, «Waan dubbanne kana eennulle hin beekin; atille hin duutu.