Jeremiah 38:25 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yo jari hojattu tiyya kaani, aka nu wolhaasomne d'agaye hegeri worri d'ufe waan nu woliini jenne si gaafata. Hegeri worri waan siini jed'u, yo atini waan ch'ufa nuti himte si inijeemnu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worri baallii qaban waan woliin dubbanne kana yoo dhagayan dhufanii maal akka woliin dubbanne si gaafatan waan maraa yoo ati isaanitti himuu baatte si ajjeefna jedhanii si sodaachisan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Qondaaltoti waan ani si woliin dubbadhe kana dhage'anee, gara keeti dhufanee, ‹Waan mootichaan jette, mootichille waan siin jedhe nutti himi; nu hin dhossin; yoo ati nu dhossite nuuti si hin ijjeenna› yoo si'iin jedhane,