Jeremiah 38:26 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba atini waan jettuuni, Anini hayyicha mana Yonathani ka nama iti hid'ani geesite achiti na inijeesiini jed'e kad'ad'e.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaafuu ‹akka ani achitti hin duune deebitee gara mana Yoonaata'aa na hin deebisin› jedhee isa kadhata'aa ture» jedhii isaanitti himi.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
ati deebisiitii, ‹Mootichi gara mana Yonaataanii na deebisee, ani achitti akka hin duune isa kadhadhe› jedhiin» jedhe.