Jeremiah 38:28 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba haga guyyaani dira Yerusalemu dabsatani qabani gahuti, achuma naabo mana hayyu keesati na lakisani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Anillee haga hennaa Yerusaalem qabamteetitti kutaa worra balbala eeganii ka dallawa mana mootumma'aa keessa jiruu keessatti natti cufanii achuma ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ermiyaasille haga guyyaa Yerusaalem qabanteetitti, badhinna eeddotaa ka badhinna mana mootumma'aa keessa ture.