Jeremiah 38:3 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi waan jed'u, Anini dira kana harka worra Babiloniti kenne, worri dabsate qaba.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Dubbiin akka ani isaanitti himu deebi'ee Rabbi natti dubbate «Ani qachattii tana loltoota Baabilooniititti dabarsee kenna; isaan uf jala isii taasisan» jedha.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Qachaan kun dhugumaan harka mootii Baabiloniititti dabarfamee hin kennama; innille hin qabata› jedha» ta jettu.