Jeremiah 38:4 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani jari hojattu kaani gara hayyu d'aqe waan jed'e, Namicha kana ijeesu malani, dubbini isaa tunini askarti dira keesati haftele garaa laafifti, ammalle nama d'ibi ka dira keesati hafele, akasuma garaa laafifti. Inni diqole nama qarqaaruti injiru, ammo balleesuu jira.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaan maayessa bulchoonni ajajoota loltootaa gara mootichaa dhaqanii akkana jedhaniin, «Namni kun du'uu barbaachisa inni dubbii akkanaa kana dubbata'aa akka loltoonni qachattii keessatti hafan waa hin uggine taasiseera; wonti inni qachattii keessatti namoota maraa irratti raawwatu kana; inni nama banii miidhu malee nama nama gargaaruu miti»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba qondaaltoti mootichaan, «Namichi kun waan akkanaa dubbatiisaan loltoota teenna ta qachaa kana keessatti hafanee fi kolbaa mara sossodaachisa; nami kun kolbaa tanaaf badii malee waan dansaa waan hin halchiniif isa ijjeesi!» jedhane.