Jeremiah 38:5 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani hayyu Sedekiani waan jed'e, Hayye, waan feetani tolfad'a, anini isani ind'owu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mootichi Sedeqiyaas, «Inni harka keessan jira waan barbaaddan yoo isa irratti gootan ani isin dhooggee hin danda'u» jedhee isaanii deebise.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootichi Zedeqiiyaan deebisee, «Kunoo, inni harka keessan keessa waan jiruuf, akka feetane yoo isa gootane ani isin dhoogguu hin dande'u» jedhe.