Jeremiah 38:7 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo namichi sangaani toko, ka Ebedmeleki jed'ani, ka gosa Kushi, ka mana hayyu keesa hojatu, aka worri eela keesa na buuse d'agaye. Hayyichi hojja suni tae fulla Fullo Benjaminiti dubbi qoruu jira.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Wonti kun maruu ta'ee namni Abemelek jedhamu namni Itoophiya'aa ka mana mootumma'aa keessa tajaajilu akka boolla keessatti na gatan dhagaye; hennaa san mootichi balbala dallawa Biiniyaamii bira yaa'ii murti'iitiif taa'eera.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Guneessichi, «Ebeed-Melek» jedhamu nami biyya Itoophiya'aa, ka mana mootumma'aa keessa jiru akka Ermiyaas boolla bisaanii keessa buusane dhage'e; yennaa san mootichi karra Beniyaaminii bira tee'eeraayyu;