Jeremiah 38:9 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ee hayyicha, worri kunini ya waan hamtu tahe, raaga Yeremia dabse, eela keesa buuse. Maro sagaleeni dira kana keesa injirreefi inni amma garaachumani dua.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Mootii'i! namoonni kunniin balleessaa guddaa raawwataniiran; isaan Ermiyaasiin boollatti gatan; qachattii keessa waan wonti nyaatan hin jirreef inni achitti beelaan du'aara»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Ee goottaa kiyya mooti'i, namooti kun Ermiyaasii raagicha irratti hammeenna hujanee, yennaa daabboon qachaa keessa hin jirretti, boolla bisaanii keessa buusane; inni achitti hin du'a» jedhe.