Jeremiah 39:10 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Lafa Yuda keesa inni nama hiyyeeyi woma inqamne hambise, oobru zabibutifi oobru mid'aani d'ibi kenneefi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worra hiyyeeyyii qabeenna woyiituu hin qabne biyya Yihuuda'aa keessatti dhiisee hulee woyinii itti dhaabatanii fi lafa qotatan isaanii kenne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nebuzaraadaan ajajaan loltoota mooticha eeganuu, namoota hiyyeeyyii waan tokkolle hin qanne garii biyya Yihuda'aatitti lakkise; yennuma san addee muka woyni'ii itti dhaabbatanuu fi fichaa isaaniif kenne.