Jeremiah 39:14 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
naabo mana hayyu keesaa na fuud'e. Duuba harka Gedalia, ilma Ahikamu, ka ilma Shafaniti na kennani, aka inni na jabeese na qorqorate worraani na gahu. Akanaani anini gosuma teenna keesa tae.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kutaa worra balbala eeganii ka dallawa mana mootumma'aa keessaa hulee ani itti hidhamee akka bayu na taasise; Gadaaliyaa ilma Ahiqaa ilma ilma Saafaaniitiin gara mana kiyyaa na geessan; anillee banii kiyya woliin achi jiraadhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
nama erganee, badhinna eeddotaa ta badhinna mana mootumma'aa keessaa Ermiyaas baasane; akaakoon Shaafaanii ilmi Ahiiqaamii Gedaaliyaan gara mana isaa akka isa geessuuf itti kennane; maarre innille akkanaan kolbaa ifii woliin achi le'e.