Jeremiah 39:15 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ato anini ammalle naabo mana hayyu keesa fulla iti na hid'aani taani jiru, AABBO Waaqi waan nani jed'e,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Uduu ani baya mana mootumma'aa keessatti hidhameeru dubbiin Rabbii gara kiyya dhufe;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ermiyaas badhinna eeddotaa ta badhinna mana mootumma'aa keessa mana hidha'aa keessa adoo jiruu, jechi Mootii Waan Maraa gara isaa dhufee,