Jeremiah 39:16 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Beeni, gara namicha gosa Kushi, ka Ebedmeleki jed'ani, d'aqi, waan jettuuni, AABBO Waaqi, guddaani Israeli, waan jed'u: Akuma anini duri jed'e anini dira kana eebaniti, badii itiini d'ufa. Gaafa wonti kunini taatu atini iluma teetiini garta.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi Gooftaan banii maraa Waandhi Israa'elii Abemelekii nama Itoophiya'aa «Akkuma armaan dura dubbadhe qachattii tanatti durummaa uduu hin taane badii fida; ati qachattii tana keessa teettee waan ta'u maraa ija keetiin argita.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Dhaqiitii Ebeed-Melekii nama biyya Itoophiya'aatiin, ‹Mootiin Waan Maraa Ka Waan Mara Dade Waaqi Israa'elii: Akkuma qara dubbadhe qananummaa addoo hin te'in badii qachaa kana irratti hin fida; guyyaa san ilti teeti adoo dhaggituu tun hin muummotti.