Jeremiah 39:18 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini si baase woraanaani, duu si d'owa. Waan atini na d'ugeefateefi atini lubbu baata. Nami dubbi tana jed'e ana, AABBO Waaqa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
ani waan nagayaan si eeguuf hin duutu; ati waan na hedatteef lubbu'uun jiraatta; ka waan kana dubbate ana Rabbi» jedhee akka himu na ajaje.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ati natti waan addatteef ani dhugumaan si hin hambura; ati milixxee lubbuu hin hatta malee shallaaga'aan hin duutu jedha› jedhiin» jedhe.