Jeremiah 39:3 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
(Gaafa Yerusalemu dabsatani qabani, hojattuuni gugurdoni hayyu Babiloni ch'ufti d'ufte, Fullo jidu diraa keesa teteette. Jara hojattu suni haga toko maqaani worraa kana: Nergal-Shareza, Sangar-Nebo, Sarsekimu, ammalle Nergal-Shareza d'ibi.)
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa qachattiin Yerusaalemii qabamte worri baallii qaban ka mootii Baabiloonii dhaqanii karaa dallawa karra wodhakka'aatiin hulee gara garaa qabatan; Nergaal-Shaareer, Samgaar-Nebuu, Saar-Sekiim, namni biraa ka Nergalishaaretser jedhamuu fi akkasuma namoonni biraallee isaan keessatti argaman.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaa qachaan Yerusaalemii qabame, qondaaltoti mootii Baabilonii marti: Nergaal-Shaarezer, Samgaar-Nebuu, Saar-Sekiim sooressi ajajjoota hojjatoota mana mootumma'aa, Nergaal-Shaarezer qondaala ol-aana'aa fi qondaaltota mootii Baabilonii dhibii mara woliin dhufanee karra wodhakkaa jirtu keessatti addee qabatane.