Jeremiah 39:4 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hayyu Sedekiafi askartini isaa ch'ufti waan tahe kana arginaani halkaniini dira keesaa baqachaa kaani. Worri kara oobru hayyu yae, Fullo naabo lamaani jiddu jirtu keesa dabre, qajeela bale Yordani baqate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mootichi Sedeqiyaasii fi loltoonni isaa maruu haga waan ta'e maraa argan halkaniin bayanii qachattii keessaa dheessanii bawu'uuf badadanii karaa kolba hulee biqiltuu itti dhaaban ka mana mootumma'aa biraan karaa gara karra dalloofni lamaan wolitti dhufuutiin kutanii gara fuullee dhooqa Yoordaanosiitiin dheessanii bayan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootichi Yihuda'aa Zedeqiiya'aa fi loltooti isaa marti yennaa isaan dhaggane, karra karaa oorruu mootichaa ta dalleya lama wodhakkaa jirtuun bayanee, halkaniin baqatanee qachaa keessaa bayanee, gara dhooqa Yordaanosiititti gad bu'ane.