Jeremiah 39:6 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ribla keesati inni ilmaani Sedekia, ka Sedekiani tae ilaalu, fit'e, jaarole gugurdo Yudale ch'ufa hobaase.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Murtiin kunillee Ribilaa keessatti uduu ijji mootii Sedeqiyaasii argu ijoollee isaa akka ajjeesan taasise; worra baallii qaban ka Yihuuda'aa maraa murtii du'aa isaanitti murteessan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Baabilonii ilmaan Zedeqiiya'aa iluma isaa duratti Riibla'atti ijjeese; qondaaltota Yihuda'aalle mara ijjeese.