Jeremiah 39:9 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba eege Nebusaradanini, ka abba duula, nama dira keesati hafe ch'ufa boojie, Babiloni geese, worra booju isa kad'ate woliini.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Dhuma irratti Nabuzaardaan hojjataan kabajjamaan worra balbala eegu ajaju ka mootii jala hojjatu banii qachattii keessatti hafanii fi worra firrisanii gananii itti dheessan maraa wolitti qabee haa hidhamani'iif gara Baabiloonii isaan fide.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba ajajaan loltoota mooticha eeganuu Nebuzaraadaan worra qachaa keessatti hafe, namoota harka isatti kennatee fi kolbaa dhibii mara wolitti qabee booji'ee gara Baabilonii geesse.